Wongeela Yohaannis 3:23 - WAADAA LAMMATAA23 Yohaannisillee akkasuma naannoo Saaleemii bakka heenoon jedhamtuutitti bisaan guddaan waan jiruuf achitti cuupha'aa ture. Namoonnillee achi dhaqanii cuuphaman. Gade chapit laWaadaa Haarawa23 Yeroma sanitti Yohaannis bakka bishaan baayi'een ni jira ture dhiyeenna Saalemii titti bakka Enon jedhamttutti ni cuuphaa ture, namoonni'llee dhufa'aa ni cuuphaman turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu23 Yohaannis akkasuma naannoo Saaleemii bakka Heenoon jedhamtutti bisaan guddaan waan jiruuf achitti cuupha'aa ture. Namoonni achi dhaqanii cuuphaman. Gade chapit la |