Wongeela Yohaannis 3:22 - WAADAA LAMMATAA22 Achiin maayessa Yesuus darasoota ufii woliin gara biyya Yihuuda'aa dhaqe. Achitti isaan woliin taa'ee cuupha'aa ture. Gade chapit laWaadaa Haarawa22 Kanaan duubatti Yesus barattoota isaa woliin gara biyya Yihuda'aa ni deeme, achitti'llee namoota cuupha'aa isaan woliin yeroo muraasaaf ni ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu22 Achiin maayessa Yesuus darasoota ufii woliin gara biyya Yihuuda'aa dhaqe. Achitti isaan woliin taa'ee cuupha'aa ture. Gade chapit la |