Wongeela Yohaannis 3:2 - WAADAA LAMMATAA2 Innillee halkaniin gara Yesuusii dhufee, «Barsiisaa'a, yoo Rabbi isa woliin ta'e malee, maalalee ati hojjattu kanniin ka hojjatuu danda'u waan hin jirreef, barsiisaa taatee Rabbiin biraa akka dhufte hin beenna» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Naminni kun halkaniin gara Yesus dhufee, «Yaa barsiisaa, Waaqinni isa woliin yoo ta'e malee kaniin baasota ati taasisa'aa jirttu kana taasisu'uuf ka danda'u eennu'llee hin jiru, kanaaf ati Waaqa biraa ka dhuftte barsiisaa akka taate ni beekinna» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Inni halkaniin gara Yesuusii dhufee, «Barsiisaa'a! yoo Rabbi isa woliin ta'e malee ka maalalee ati hojjattu kanniin hojjatuu danda'u waan hin jirreef barsiisaa taatee Rabbiin biraa akka dhufte hin beenna» jedheen. Gade chapit la |