Wongeela Yohaannis 3:16 - WAADAA LAMMATAA16 Namni isatti amanu maruu akka hin banne, jireenna bara baraa haa argatu'uuf, Rabbi adunyaa kana akkanumaan jaalatee, tokkicha Ilma ufii kenneef. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Ka isatti amanu marrinuu jireenna bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badinne Waaqinni biyya lafaa haalaan waan jaalateef, Ilma isaa tokko ni kenne. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Wonti Rabbi adunyaa tana akkanumaan jaalatee tokkicha ilma ufii kenneef, namni isatti amanu maruu akka hin bannee fi akka jeennata galuuf. Gade chapit la |