Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 3:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Yesuusillee deebisee akkana jedhe, «Ati barsiisaa Israa'eelii taatee kana hin beettuu?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebiseef, «Ati barsiisaa Israa'eelii taatee uduu jirttu, kana hin beekittuu moo?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Yesuus deebisee akkana jedheen, «Ati barsiisaa Israa'eelii taatee kana hin beettuu?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 3:10
28 Referans Kwoze  

Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Kitaabotaa fi hunna Rabbii waan hin beenneef, isin hin dogoggortan.


Waan isaanii dhiisaa'a; isaan ballaa ballaa masakku. Ballaan ballaa yoo masakke lamaanuu wol qabatanii boollatti badan» jedhe.


Hennaa san Yesuus deebisee akkana jedhe, Abbaa kiyya Gooftaa Sami'iitii fi Ardii kanaa waan maraa ogeeyyi'ii fi beettota jalaa dhossitee, daa'immanitti waan mudhifteef si galateeffadha.


Nu worri Ayyaanaan Rabbiin kaddaamnu, ka Kiristoos Yesuusiin dhaadannu nu worra waan foonii hin hedanne worra gadoomne waan taaneef.


Ka maqamaaf Yihuudii ta'e, Yihuudii waan hin taaneef, addaataa gadoomuun fooniin ta'e, gadoomuu waan hin taaneef.


Namummaa foonii mulqatu'uun Kiristoosiin keessatti gadoomu'uun gadooma harkaatiin uduu hin taane isa keessa taatanii gadoomtaniirtan.


Guyyaa sadihiin maayessa mana woyyuu keessatti edduu barsiisotaa taa'ee isaan dhagaya'aa, hennaa inni gaafii isaan gaafatu argan.


Innillee guyyaa tokko barsiisa'aa oole. Gandoota Galiilaatii fi Yihuudaa keessatti argaman maraa keessaa maruu Yeruusaalemii dhufanii, Yerusaalemiillee worri dhufanii turan Fariisotaa fi barsiisonni seera Muuse'ee achi taa'aniiran. Innillee akka Fayyisuuf hunni Goofta'aa isa woliin jira.


Niqoodimoosillee deebisee kun attamitti ta'uu danda'a? jedheen.


Haata'uu ammoo barsiisaan seeraa ka banii biratti kabajjama'aa ka maqaan isaa Gamaaliyaal jedhamu Fariisichi tokko yaa'ii murti'ii keessaa ol ka'ee ergamtoota diqqoo akka achi siissan ajajee,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite