Wongeela Yohaannis 21:8 - WAADAA LAMMATAA8 Darasoonni kuuwwan ammoo lafa irraa haga ciqilee dhibba lamaa caalaa guddaa waan hin fagaanneef siiboo qurxummi'iin guuttame harkisa'aa yabalaan dhufan. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Barattoonni kuunniin garuu lafa irraa ka fagaatan meetira dhibbaa qofa waan tureef, tabbaarrii qurxummiin itti guutee harkisa'aa, gara duubaatiin ni dhufan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Darasoonni kuuwwan ammo lafa irraa haga ciqilee dhibba lamaa caalaa guddaa waan hin fagaanneef siiboo qurxummi'iin guuttame harkisa'aa yabalaan dhufan. Gade chapit la |