Wongeela Yohaannis 21:7 - WAADAA LAMMATAA7 Darasaan Yesuus jaalatu Pheexroosiin, «Goofta'aa bee!» jedhe. Kanaaf Simoon Pheexroos Gooftaa ta'uu haga dhagaye, qullaa waan tureef uffata uffatee gara galaanaa uf darbe. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Yeroo kanatti barataan Yesus ni jaalataan ture Phexirosiin, «Goofta'aa bee!» ni jedheen. Simoon Phexiros «Goofta'aa!» jechuu isaa yeroo dhagayetti, huji'iif jedhee uffata isaa baafatee waan tureef, bakkumatti uffata isaa uffateeti, gara garba ciisa'aa utaalee ni aseene. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Darasaan Yesuus jaalatu Pheexroosiin, «Goofta'aa bee!» jedhe. Kanaaf Simoon Pheexroos Gooftaa ta'uu haga dhagaye waan qullaa tureef uffata uffatee gara galaanaa uf darbe. Gade chapit la |