Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 21:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Innillee, «Siiboo keessan yabala keessan gara mirgaatiin darbaa'a hin argattanii» isaaniin jedhe. Kanaaf hin darbatan; hennaa san sababaa baay'inna Qurxummi'iitiif harkisuu dadhaban.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Inni'llee, «Tabbaarrii duubaan gara mirgaatiin darba'aatii ni argattan» isaaniin jedhe. Kanaaf tabbaarrii garba ciisaa keessatti ni darban, qurxxummiiwwan baayi'ee'llee qabuu isaanii irraa ka ka'een, tabbaarrii harkisuu ni dadhaban.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Innillee, «Siiboo keessan yabala keessan gara mirgaatiin darbaa'a hin argattanii» isaaniin jedhe. Kanaaf hin darbatan; hennaa san sababaa baay'inna qurxummi'iitiif harkisuu dadhaban.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 21:6
8 Referans Kwoze  

Worri dubbii fudhatan cuuphaman; guyyaa san namoonni kuma sadihii isaanitti eda'aman.


Haata'uu ammoo worra dubbii dhagayan keessaa heddutu amane. Laakkofsi dhiiraallee haga kuma shanii ta'e.


Achiin maayessa haati Yesuusii, «Waan inni isinitti himu godhaa'a» jettee worra ansaadanitti himte.


Roobni roobee, lolaan lola'ee, bubbeen bubbisee, mana san dhiibe. Manni sunillee jigee akka malee butute» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite