Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 21:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Yesuusillee, «Ijoollee tiyya! Waan nyaatan qabduu?» isaaniin jedhe. Isaan, «Hin qabnu» jedhanii deebisaniif.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Yesus'llee, «Yaa ijoollee tiyya! Qurxummii woyii ni qabddanii ree?» isaaniin jedhe. Isaan'llee, «Womaa hin qabnnu» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Yesuus, «Ijoollee tiyya! Waan nyaatan qabduu?» isaaniin jedhe. Isaan, «Hin qabnu» jedhanii deebisaniif.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 21:5
10 Referans Kwoze  

Waandhi kiyyallee akkuma durummaa ulfinna Kiristoosiitiin waan isin barbaachisu maraa isinii guuta.


Abbootii tiyya, waan ka dura jiru beettaniif isinii barreessa. Ka'imman, waan hamaa waan mooyattaniif isinii barreessa. Ijoollee, waan Aabbaan beettaniirtaniif isinii barreessa.


Jaalala birri'ii irraa uf eegaa'a. Wontummaan qabdan isin haa gayu. Inninuu, «Si hin dhiisu, sirima si hin gatu» waan jedheef.


Ijoollee, sa'aatiin tun ta dhumaati, Ka waan Kiristoosii mormu akka dhufu dhageettaniirtan. Ammumaa worri waan Kiristoosii mormu hedduu dhufeera. Kanaaf akka sa'aatii dhumaa ta'e hin beenna.


Hennaa lafti dhiite, darasoonni gara isaa dhiyaatanii, «Lafti udume'e, laftillee dhiiteerti kanaaf gara gandootaa dhaqanii waan nyaatan akka bitatan gumii kana gad dhiisi» jedhaniin.


Akkasuma isaan qurxummii didiqqoo hagoo qaban; Yesuus qurxummii saniifillee Rabbiin galateeffatee, akka gumi'ii qoodan darasoota ufiititti kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite