Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 21:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Haga bari'e Yesuus galaana bira dhaabate. Darasoonni ammoo Yesuusiin ta'uu hin beenne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Yeroo bari'etti Yesus garba ciisaa bira ni dhaabate, barattoonni isaa garuu Yesusiin ta'uu isaa hin beekinne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Haga bari'e Yesuus galaana bira dhaabate. Darasoonni ammo Yesuusiin ta'uu hin beenne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 21:4
5 Referans Kwoze  

Kana jetteeti uf duuba midhaattee yoo laaltu Yesuusiin ka dhaabateeru argiteen. Isiin ammoo Yesuusiin akka ta'e hin beenne.


Ijji isaaniillee hin baname, isaanillee hin beekaniin. Inni ammoo ija isaanii afo'oo miliqe.


Achiin maayessa isaan keessaa nama lamaa ka gara baadiya'aa deeman argee, karaa irratti bifa biraatiin isaanitti mudhate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite