Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 21:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Yesuus waan biraallee heddu hojjateera. Akkasuma uduu marti isaanii tokko tokkoon barreeffamanii jiraatanii, kitaabbillee barreeffaman saniif, ani lafti tun waan geettu natti hin fakkaatu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Yesus ka raawwate kuunniin wonittoonni baayi'een ammoo ni jiran. Ani akka anatti fakkaatutti wonittoonni inni taasise marrinuu tokko tokkoon uduu barreeffamee, kitaabban barreeffaman biyyi lafaa mataan isaatuu baadhachu'uuf, hin dandda'u ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Yesuus waan biraallee heddu hojjateera. Akkasuma uduu marti isaanii tokko tokkoon barreeffamanii jiraatanii, kitaabbilee barreeffaman saniif lafti tun waan geettu natti hin fakkaatu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 21:25
12 Referans Kwoze  

Eeganaa ani maal jedha? Waan Gedewoonii, waan Baaraaqii, waan Saamsoonii, waan Yooftaahe'ee, waan Daawitii, waan Saamu'eeliitii fi waan raattotaa akka hin mammaanne hennaan na jalaa gabaabbata.


Rabbi Yesuusii nama Naazireetii Ayyaana Woyyu'uu fi hunnaan isa muude. Yesuus waan mishaa godha'aa worra daabiloosii bitaman maraa fayyisa'aa olii gad deeme. Waan Rabbi isa woliin jiruuf.


Akkanuma dadhaba'aati dhibamtoota akka gargaartan, inninuu ka fudhatu caalaa ka kennutu ka eebbifame akkuma jedhe, dubbii Gooftaa Yesuusii kana akka qaabattan waan barbaachisuuf maraa isinitti mudhiseera.


Balloonni hin argan, worri hokkolan hin deeman, worri dhukkuba gogaa kukkutuun qabaman hin qulqullaayan, ka gurraan hin dhageenne hin dhagayan, worri du'anillee hin ka'an.


Ammallee ani isinitti hima, dureessi jeennata Rabbii galuu irra, gaalli qaawa Limmo'oo keessa hulluuqu'utu salphata» jedhe.


Namoonni isa argan sun, waan namichi jinniin dhaye sun ta'ee fi waan booyyotaa bani'itti odeessan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite