Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 21:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Kanaaf darasichi sun hin du'u wonti jedhame uduu gara obboleewwanii gayee, haga Yesuus dhufuuf akka jiraatu yoo jaalate maaltu si dhibe?» jedheen malee, hin du'u hin jenneen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Sababa kanaan obboleeyyan jiddu'uu, «Barataan kun hin du'u!» oduun jedhu ni tamisa'e, garuu Yesus, «Haga ani dhufutti akka jiraatuuf yoo eeyyame, si maalttu galche?» jedhe malee, «Hin du'u» hin jenne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Kanaaf darasichi sun hin du'u wonti jedhame uduu gara obboleewwanii gayee, haga Yesuus dhufuuf akka jiraatu yoo jaalate maaltu si dhibe?» jedheen malee hin du'u hin jenneen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 21:23
12 Referans Kwoze  

Ji'a sanniin keessa Pheexroosii fi namoota dhibbaa fi diddamaa obboleeyyan isa woliin jiran wodhakkaa dhaabateeti akkana jedhe.


Ilmi namaa maleekkota ufii woliin ulfinna Abbaa ufiitiin hin dhufa, achiin maayessa maraafuu akka hujii isaatitti gatii isaa hin kennaaf.


Obboleeyyan tiyya! Worra ragaa mishaa qaban, Ayyaana Woyyu'uu fi ogumma'aan guuttaman, namoota torbaa uf keessaa filaa'a. Waan kanaaf isaan muunnaa.


Achitti obboleewwan arginee isaan bira guyyaa torba akka teennu nu kadhatan, akkasuma gara Rooma'aallee dhandhe.


Kanaafuu ka dukkana keessatti dhokate akkasuma gara ifaa ka baasu ka gorsa onne'eellee ibsu Gooftaan haga dhufuutti hennaan uduu hin geenne waan tokkollee hin murteessinaa'a. Hennaa san isaan maraafuu galanni Rabbiin biraa ta'a.


Hennaa xoroshoo kana nyaattanii fi untoo kana dhuddan maraa; Gooftaan haga deebi'ee dhufutti waan du'a isaa labsitan.


Eegasuu obboleeyyan tiyya, haga Gooftaan dhufuuf obsaa'a. Qotee bulaan haga rooba duraatiif ka maayessaa argatuuf obsa'aa daraaraa lafaa kabajjamaa eeggata.


haga ani dhufuuf woma qabdan san jabeessa'aa qabadhaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite