Wongeela Yohaannis 21:2 - WAADAA LAMMATAA2 Simoon Pheexroosiif ka Didimoos jedhamu Toomaas nama Qaanaa Galiilaa Naatinaa'elii fi ijoolleen Zabdiyoosi darasoota keessaallee ka biraa namoonni lamaa isaan woliin turan. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Simoon Phexiros, Diidimoos ka jedhame Toomaas, Naatinaa'eliin Qaanaa Galiila'aa, ilmaan Zabdewoosiitii fi kuunniin barattoonni lamaa'llee, isa woliin ni turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Simoon Pheexroosii fi ka Didimoos jedhamu Toomaas nama Qaanaa Galiilaa Naatinaa'elii fi ijoolleen Zabdewoosii darasoota keessaallee ka biraa namoonni lamaa isaan woliin turan. Gade chapit la |