Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 21:18 - WAADAA LAMMATAA

18 «Ani dhugama dhuga'aatiin siin jedha: hennaa nama dargaggeessa turte, mudhii kee ufumaan hidhattee hulee feete deemta. Haata'uu ammoo hennaa jaartee harka kee ol qabattee, namni biraa mudhii kee si hidhee gara ati hin barbaanne si fida» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 dhugaa isiniin jedha, ati dargaggeessa yeroo turttetti, woraanittillee kee harkuma keetiin hidhattee gara barbaadde ni deemtta ture, yeroo jaarsomtetti garuu, ati harka kee hiixatteeti naminni bira'aa si ni hidhachiisa, gara ati hin barbaanne'llee si ni fida.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Ani dhugama dhuga'aatiin siin jedha, hennaa nama dargaggeessa turte mudhii kee ufumaan hidhattee hulee feete deemta. Haa ta'uu ammo hennaa jaartee harka kee ol qabattee namni biraa mudhii kee si hidhee gara ati hin barbaanne si fida» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 21:18
8 Referans Kwoze  

Simoon Pheexroosillee, «Gooftaa'a! Eessa dhaqa'aarta?» jedhee isa gaafate. Yesuusillee, «Gara ani deemu amma na faana deemuu hin dandeettu; haata'uu ammoo maayii na faanaa dhufta» jedhee deebiseef.


Gara keennallee dhufee, sabata Phaawuloosii fudhatee harkaa fi luka ufi hidhee, akkasuma Ayyaanni Woyyuun abbaan sabata kanaa Yihuudonni Yeruusaalemii akkanatti hidhanii harka worra Yihuudii hin taaneetitti dabarsanii kennaniin jedhaa'a jedhe.


Haga dukkaanaa kana keessa jiru nutti ulfaatee wixxifanna. Sababaanillee ka du'aa ta'ee jireennaan akka liqimfamuuf nafa jireenna sami'iillee akka uffannuuf malee, akka qullaa taanuufii miti.


Garboonni gooftaan isaanii hennaa dhufu uduu hojjatan ka arguun, isaan worra eebbifame. Dhugamaan isiniin jedha, marxifatee isaan teessisee ufii dhaabatee isaan nyaachise.


Sadaffa'aaf, «Ilma Yoona'aa Simoon, na jaalattaa?» jedheen. Sadaffaa na jaalattaa? jennaniin Pheexroos gaddee, «Gooftaa kiyya! Ati waa maraa beetta; akka si jaaladhullee atuu hin beetta» jedheen. Yesuusillee, «Hoolota tiyya bobbaasi»


Du'a attamiitiin Rabbiin kabajju'uuf akka ta'u mudhisu'uuf kana jedhe. Kana haga jedheen maayessa, «Na faana koottu!» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite