Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 21:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Yesuusillee dhufee, xoroshoo fuudhee, isaaniif kenne; akkasuma qurxummiillee'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Achiin duubatti'llee Yesus dhufeeti, buddeenaa fi qurxummii'llee fuudhee, isaanii ni kenne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Yesuus dhufee xoroshoo fuudhee isaaniif kenne; akkasuma qurxummiillee'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 21:13
6 Referans Kwoze  

Haga gara lafaa bayan qurxummi'ii fi xoroshoo barbadaa irra jiru argan.


Kunillee banii maraafii miti. Haata'uu ammoo, nu worra firrisa Rabbiif filatamnee ragaa isaa taaneef malee, haga inni worra du'an keessa ka'een maayii isa woliin worri nyaatee dhugee nu'u.


«Mucaan xoroshoo garbuu shanii fi qurxumii lamaan qabateeru tokko asi jira jedhe. Haata'uu ammoo namoota haganaa maraaf hin gayu» jedheen.


Yesuusillee xoroshoo ol fuudhee galateeffatee, darasootatitti kenne. Darasoonnillee worra taa'aniif kennan. Akkasuma qurxummiillee haga isaan barbaadan hireef.


Yesuusillee, «Qurxummii amma qabdan keessaa as fidaa'a» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite