Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 21:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Yesuusillee, «Koottaa hurbaata nyaadhaa'a!» isaaniin jedhe. Darasoota keessaa tokkollee, «Ati eennu?» jedhee ka isa qoruu ugge hin jiru. Waan akka inni Gooftaa ta'e beekaniif.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Kanaan duubatti Yesus, «Koottaa nyaadhaa!» isaaniin jedhe. Gooftaa Yesusiin ta'uu isaa marrinuu beekanii jiran waan turaniif, barattoota isaa keessaa tokko'llee, «Ati eennu?» jedhee, isa gaafachu'uuf ka ugge hin turre.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Yesuusillee, «Koottaa hurbaata nyaadhaa'a!» isaaniin jedhe. Darasoota keessaa tokkollee, «Ati eennu?» jedhee ka isa qoruu ugge hin jiru; waan akka inni Gooftaa ta'e beekaniif.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 21:12
9 Referans Kwoze  

Kunillee banii maraafii miti. Haata'uu ammoo, nu worra firrisa Rabbiif filatamnee ragaa isaa taaneef malee, haga inni worra du'an keessa ka'een maayii isa woliin worri nyaatee dhugee nu'u.


Yesuusillee akka gaafachu'uuf ta'an beekee akkana isaaniin jedhe, « ‹Hennaan diqqoon hin jirti na argitanille'e, akkasuma hennaan diqqoon hin jirti na hin argitan› waan jedheef, kana wol qortanii?


Haga xoroshoo nyaataniin maayessa Yesuus Simoon Pheexroosiin, «Ilma Yoona'aa Simooni, kanniin caalaa na jaalattaa?» jedheen. «Ee, Gooftaa, akka si jaaladhu atuu hin beetta» jedheen. «Ilmoolee tiyya bobbaasi» jedheen.


Isaan ammoo waan inni dubbatee hin hubanne; isa gaafachu'uufillee hin sodaatan.


Hennaa darasoonni isaa deebi'anii dhufan; Yesuus dubartii woliin ka qaaqa'aaru arganii maalalfatan; haata'uu ammoo ka isi'iin «Maal barbaadda?» yookiin, «Maaf isii woliin qaaxxa?» namni isaan jedhe hin jiru.


Isaan ammoo waan kana hin hubanne. Hiikkaan isaan jalaa waan dhokateeruuf hubachuu hin dandeenne; Kanaaf isaan waan kana gaafachuu sodaatan.


Namni tokkochi deebii isaa deebise hin jiru. Gaafa san irraa kaasee lamuu eennullee uggee hin gaafanneen.


Simoon Pheexroosillee gara yabalaa seenee qurxummii dhibbaaf shantamii sadihii gugurdaa siiboo guutee gara lafaa harkise; haga kana maraa qurxummiin guddaa ta'ullee siiboon hin biinxamne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite