Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 21:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Simoon Pheexroosillee gara yabalaa seenee qurxummii dhibbaaf shantamii sadihii gugurdaa siiboo guutee gara lafaa harkise; haga kana maraa qurxummiin guddaa ta'ullee siiboon hin biinxamne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Kanaaf Simoon Phexiros hoboloo irra bayee, tabbaarrii qurxummii guguddoon dhibba tokkoo fi shantamii sadihii itti guuttaman, gara arddi'ii titti ni harkise, qurxummii hagana baayi'e'ee yoma qabu'llee, tabbaarriin garuu hin tarssaane.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Simoon Pheexroosillee gara yabalaa seenee qurxummii dhibbaa fi shantamii sadihii gugurdaa siiboo guutee gara lafaa harkise; haga kana maraa qurxummiin guddaa ta'ullee siiboon hin biinxamne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 21:11
4 Referans Kwoze  

Worri dubbii fudhatan cuuphaman; guyyaa san namoonni kuma sadihii isaanitti eda'aman.


Yesuusillee, «Qurxummii amma qabdan keessaa as fidaa'a» jedheen.


Yesuusillee, «Koottaa hurbaata nyaadhaa'a!» isaaniin jedhe. Darasoota keessaa tokkollee, «Ati eennu?» jedhee ka isa qoruu ugge hin jiru. Waan akka inni Gooftaa ta'e beekaniif.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite