Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 21:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Asiin maayii Yesuus galaana Xibiriyaadoosii biratti darasootatti deebi'ee isaanitti mudhate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Kanaan duubatti Yesus garba ciisaa Xiberiyaasii biratti, barattoota isaa titti deebi'ee ni muldhate, ka muldhate'llee akka itti aanutti,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Kanaan maayessa Yesuus galaana Xibiriyaadoosii biratti darasootatti deebi'ee isaanitti mudhate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 21:1
11 Referans Kwoze  

Achiin maayessa Yesuus gara galaana Xibiriyaadoos jedhamuu ka Galiilaa gamaa ceeye.


Haata'uu ammoo Yaballan biraa gara hulee Gooftaan buddeena itti eebbisee nyaatan san gara Xibiriyaadosii dhufan.


Darasoonni kudha tokkoo gara gaara Yesuus isaanitti akeekee, ka Galiilaa keessa jiruu dhaqan.


Daddafa'aa deema'aatii inni worra du'an keessaa ka'eera gara Galiila'aa isin firrisa, achitti hin argitan jedha'aatii darasoota isaatitti himaa'a. Kunoo ani isinitti himeera» jedhe.


Hennaa du'aa ka'een maayessa ammoo gara Galiila'aa isin firrisa isaaniin jedhe.


Yesuus worra du'an jiddu'uu ka'ee hennaa sadaffa'aatiif darasootatti mudhate.


Achiin maayessa isaan keessaa nama lamaa ka gara baadiya'aa deeman argee, karaa irratti bifa biraatiin isaanitti mudhate.


Haata'uu ammoo deema'aatii, darasoota isaatii fi Pheexroositti, ‹Inni isin firrisee Galiilaa dhaqa; akkuma isinitti hime achitti isa hin argitan› jedha'aatii himaa'a!» isaaniin jedhe.


Achiin maayessa uduu isaan hurbaataa nyaachu'uuf ta'aniiran kudha tokkotuu mudhate; ka'ee sababa isaan garaa jabaatanii amanuu dhabaniif isaan tuffate.


Akkasuma ammoo guyyaa afurtamaaf waan jeennata Rabbii isaanitti hima'aa ragaa hedduun rakkinna fanno'ootiin maayii jiraataa ta'ee isaanitti uf mudhise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite