Wongeela Yohaannis 20:7 - WAADAA LAMMATAA7 Uffata isaan sattaranillee achitti arge. Akkasuma uffata mataa isaa irra ture kopha'atti ka hulee tokkotti marameeru arge. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 mataan Yesusii ittiin maraamee subbee ture'llee uffata kafanni'ii woliin uduu hin ta'in, adda bakka bira'aa titti akkuma maramee jiruun ni arge. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Uffata isaan sattaran achitti arge. Akkasuma uffata mataa isaa irra ture kopha'atti ka hulee tokkotti marameeru arge. Gade chapit la |