Wongeela Yohaannis 20:4 - WAADAA LAMMATAA4 Isaan lamaanuu woliin fiiganii darasaan biraallee Pheexroos bira lufee daddafee afo'otti fiigee firrisee hulee awwaalaa gaye. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Lamaanuu woliin ni fiigan ture, garuu barataan bira'aa san Phexirosiin caala'atti dadafee fiigeeti, durssee gara bakka awwaalaa ni gaye. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Isaan lamaanuu woliin fiiganii darasaan biraallee Pheexroosiin bira lufee daddafee afo'otti fiigee firrisee hulee awwaalaa gaye. Gade chapit la |