Wongeela Yohaannis 20:23 - WAADAA LAMMATAA23 Worri isin cubbuun isaanii dhiiftaniif maruu cubbuun isaanii dhiifama. Yoo isin araaramu'uufii baattan, isaan araara hin argatan» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa23 isin Cubbuu namootaatiif dhiifama yoo taasfttan, dhiifaminni isiniif ni taasfama, isin cubbuu namootaatiif dhiifama taasisuu yoo dhabaattan garuu, dhiifaminni isiniif hin taasfamu» isaaniin jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu23 Worri isin cubbuu isaanii dhiiftaniif maruu cubbuun isaanii dhiifama. Yoo isin araaramu'uufii baattan, isaan araara hin argatan» isaaniin jedhe. Gade chapit la |