Wongeela Yohaannis 20:2 - WAADAA LAMMATAA2 Fiiga'aa gara darasicha Yesuus jaalatuuf gara Simoon Pheexroosii dhaxxee, «Gooftaa awwaala keessaa fudhataniiran; eessa akka kaayan hin beennu» isaaniin jette. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Kanaaf isiin gara Simoon Phexirosiitii fi gara barataa Yesus jaalaatuunii fiiga'aa ni deemitteeti, «Gooftaa awwaala keessaa baasanii fudhataniinii jiran, eessa akka kaayaniin hin beekinnu» isaaniin jette. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Fiiga'aa gara darasicha Yesuus jaalatuu fi gara Simoon Pheexroosii dhaxxee, «Gooftaa awwaala keessaa fudhataniiran; eessa akka kaayan hin beennu» isaaniin jette. Gade chapit la |