Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 20:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Yesuusillee, «Maariyaam» jedheen, isiinilee uf duuba laaltee Ibraayisxiffaan, «Rabbunii» jetteen; hiikkaanillee, «Barsiisaa kiyya» jechu'u.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Yesus'llee, «Maariyaam!» jedheen. Isiin'llee gara isaa garagaltteeti afaan worra Ibirootaatiin, «Rabbunii!» jetteen, hiikkaan isaa'llee, «Yaa barsiisaa!» jechu'u.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Yesuusillee, «Maariyaam» jedheen; isiinillee uf duuba laaltee Ibraayisxiffaan, «Rabbunii» jetteen; hiikkaanillee, «Barsiisaa'a!» jechu'u.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 20:16
26 Referans Kwoze  

Hoolonnillee laagaa isaa hin dhagayan, innillee hoolota ufii maqaa isaaniitiin waamee, isaan fudhata.


Yesuusillee ufirra midhatee hennaa isaan faanaa deeman argee, «Maal soxxan?» jedhee isaan gaafate.


Guyyaa keessa gara sa'aatii sagaliititti «Qorneelewoos» jedha'aa maleekkaan Rabbii hennaa manaabaan gara isaa seenu addaata'aatti arge.


Uduu inni hulee kufe jiru, laagaa, «Saa'ool Saa'ool, maaf na ariitaa?» jedhu dhagaye.


Isaanillee galaana gamatti hennaa isa argan «Barsiisaa'a, yoomiin garana dhufte?» jedhaniin.


Toomaasillee, «Gooftaa kiyya Waaqaa kiyya!» jedhee deebiseef.


Isin, ‹Barsiisa'aa fi Gooftaa› naan jettani, akkasuma waan ta'eef mishaa jettan.


Kanuma jettee deemtee obboleettii ufii Maariyaamiin hojjatti waamtee, «barsiisaan dhufeera, si waama'aara» jetteen.


Yerusaaleemiin keessa karra hoolotaa bira haroon afaan Ibiraayiisxiitiin «Beetasayidaa» jedhamtu takkatu jira, isiin karaa ittiin seenan shan qabdi.


Innillee halkaniin gara Yesuusii dhufee, «Barsiisaa'a, yoo Rabbi isa woliin ta'e malee, maalalee ati hojjattu kanniin ka hojjatuu danda'u waan hin jirreef, barsiisaa taatee Rabbiin biraa akka dhufte hin beenna» jedheen.


Naatinaa'elillee, «Eessatti na beetta?» jedheen. Yesuusillee deebisee, «Uduu Filiphoos si hin waamne, uduu ati muka hurbu'uu jala jirtu si arge» jedheen.


Yesuusillee deebisee, «Maartaa, Maartaa! Ati waan hedduu yaada'aa dhiphatta,


Hennama san Yesuus ammoo, «Jabaadhaa'a! anaa, hin sodaatinaa'a!» jedhee dubbate.


Yesuus, «Maal akka sii godhu barbaadda?» jedhee isa gaafate. Namichi ballaan sunillee, «Barsiisaa'a! Ija tiyya akka naa bantu barbaada» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite