Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 20:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Yesuusillee, «Intala nana, maaf bootta? Eennuun soxxaa?» jedheen. Isiinillee nama biqiltuu eegu seeteeti, «Gooftaa kiyya! Ati yoo fudhatee jiraatte, eessa akka keette natti himi, anillee dhaqee fudhadhaa» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Yesus'llee, «Dubarttii nana, waayee maali'iif bootta, eennuun barbaadda?» jedheen. Isiin'llee hojjataa biqilttu'uu itti fakkaatee, «Yaa Gooftaa! Ati yoo fudhatteenii jiraate eessa akka keetteen, yabo'oo natti himi, ani ni fudhadhaanii» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Yesuusillee, «Intala nana! maaf bootta? Eennuun soxxaa?» jedheen. Isiinillee nama biqiltuu eegu seetee, «Gooftaa kiyya! Ati yoo fudhattee jiraatte eessa akka keette natti himi; anillee dhaqee fudhadhaa» jetteen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 20:15
12 Referans Kwoze  

Isaanillee, «Intala nana maaf bootta?» isi'iin jedhan. Isiinillee, «Gooftaa kiyya fudhataniiran; eessa akka kaayan hin beenne!» isaaniin jette.


Akkasuma ammallee, «Eennuun barbaaddan?» jedhee isaan gaafate. Isaannillee, «Yesuusii Naazireeti'iiti» jedhaniin.


Yesuusillee ufirra midhatee hennaa isaan faanaa deeman argee, «Maal soxxan?» jedhee isaan gaafate.


Inni ammoo, «Hin nayinaa'a; Yesuusii Naazireetii ka fannifame soqa'aartanii? Inni ka'eera arma hin jiru; kunoo huleen isa kaayan.


Maleekkanillee dubartootaan akkana jedhe, «Hin sodaatinaa'a; isin Yesuusii fannifame akka soqa'aartan hin beeka.


Yesuusillee waan itti dhufuuf ta'u maraa beekee bayee, «Eennuun soqa'aartan?» isaaniin jedhe.


Dubartoonni sunniinillee sodaatanii uduu ijaan lafa laala'aaran akkana isaaniin jedhan, «Maaf jiraataa worra du'e keessaa soxxan?


Isin ijoollee bofaa! isin hammeeyyii taatanii, attamitti dubbii mishaa dubbachuu dandeettan? waan garaa guute afaan dubbata.


Imaltoota woliin waan deeme seeyanii deemsa guyyaa tokkoo deemanii firoota ufiitii fi nama beekan maraa iyyaafataniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite