Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 20:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Maleekkaan lamaa uffata adii uffatanii hulee reeffi Yesuusii ciisee ture tokko mataa irraan kun jalaan taa'ee argite.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Bakka reeffi Yesusii ni jira turetti uffata adii ka uffatanii maleyikkoonni lamaa tokko mataajji'iin, tokko ammoo miila jalaan ta'anii ni argite.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Maleekkaan lamaa uffata adii uffatanii hulee reeffi Yesuusii ciisee ture tokko mataa irraan, kuun jalaan taa'ee argite.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 20:12
10 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo worri uffata ufii hin batteessine Sardeesitti namoota hago'otu si woliin jira. Waan isaanii male waan ta'eef isaan uffata adii uffataniiti na woliin deeman.


Anillee, «Gooftaa kiyya, situ beeka» jedheen. Innillee akkana naan jedhe, «Kunniin worra rakkoo guddaa keessaa dhufan. Uffata ufiillee miicanii dhiiga hoola'aatiin qulqulleessan.


Inni deemnaan gara sami'ii xiinxallanii uduu lala'aaran namoonni lamaan uffata adii uffatan ladda isaanii dhaabatan.


Innillee afoo isaaniititti jijjiirame, fulli isaallee akka adu'uu ife, uffanni isaallee adii weeccaa ta'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite