Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 20:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Darasoonni deebi'anii gara mana ufii deeman.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Kanaan duubatti barattoonni lamaanuu deebi'anii, gara mana isaanii ni deeman.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Darasoonni deebi'anii gara mana ufii deeman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 20:10
4 Referans Kwoze  

Amma isin maruu gara manaa hennaan bittinnooftan, sa'aatiin nallee hojjatti dhiiftan hin dhufa ammaa gayeera, haata'uu ammoo Aabba waan na woliin jiruuf hojja kiyyaa mit.


Achiin maayessa martinuu gara mana ufii deeman.


Pheexroos ammoo ka'ee gara awwaalaa fiige. Achi gayee gadi jedhee yoo laalu uffata fuuttaa irraa hojjatame qofa arge. Waan ta'e kana maalala'aa gara mana ufii deebi'e.


Maariyaam ammoo booya'aa awwaalaan ala diida dhaabata'aa turte. Booya'aa awwaalatti gad jettee laalte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite