Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Ka cidha galchullee bisaan daadhii ta'e hennaa afaaniin qabu eessaa akka dhufe hin beenne. Hojjattoonni bisaan woraaban ammoo hin beekan. Ka cidha galchu Abbaa cidhaa waamee,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Itti gaafatamaan afeerri'ii'llee bishaan gara daadhii woyinni'ii titti jijjiirame yeroo afaaniin qabetti, eessaa akka dhufe hin beekinne, tajaajilttoonni bishaan woraabanii garuu ni beekan ture, kanaaf itti gaafatamaan afeerri'ii, ka fuudhu waamee akkana ni jedheen,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Ka cidha galchullee bisaan daadhii ta'e hennaa afaaniin qabu eessaa akka dhufe hin beenne. Hojjattoonni bisaan woraaban ammo hin beekan. Ka cidha galchu abbaa cidhaa waamee, akkana jedheen,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:9
6 Referans Kwoze  

Yesuus deebi'ee, gara Qaanaa Galiila'aa hulee bisaan gara daadhii woyinii itti jijjiiree san dhaqe. Qifirinaahomittillee bulchaa mana mooti'ii keessaa, ka mucaan isaa jalaa dhibame tokkotu jira.


Ka fedhii isaa raawwatuu jaalatu yoo jiraate, inni barumsi kun Rabbiin irraa yoo ta'e yookiin ka ani ufi irraa dubbadhu yoo ta'e hin beeka.


Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Worri jaalaa Idaayyaan uduu isaan woliin jiru hin gaddanii? Haata'uu ammoo ji'oonni idaayyaan isaan biraa fudhatamu hin dhufa; hennaa san sooman.


Daadhii woyini'ii ka hadhooftu'uun makame haa dhugu'uuf kennaniif. Afaaniin qabee dhuguu jibbe.


Amma buusa'aatii worra cidha galchutti kennaa'a jedheen. Isaanillee isaanitti kennan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite