Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Amma buusa'aatii worra cidha galchutti kennaa'a jedheen. Isaanillee isaanitti kennan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Kanaan duubatti Yesus tajaajilttoota isaatiin, «Jedhaa amma woraaba'aatii itti gaafatamaa afeerriitiif kennaa!» isaaniin ni jedhe, isaan'llee fidanii ni kennaniif.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Kanaan maayessa, «Amma buusa'aatii worra cidha galchutti kennaa'a» jedheen. Isaanillee isaanitti kennan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:8
5 Referans Kwoze  

Ka cidha galchullee bisaan daadhii ta'e hennaa afaaniin qabu eessaa akka dhufe hin beenne. Hojjattoonni bisaan woraaban ammoo hin beekan. Ka cidha galchu Abbaa cidhaa waamee,


Maraafuu waan isaaniif barbaachisu isaanii kenna, ka gibirri maleef gibira, ka qarandhi maleef qaraxa, ka sodaatamuu barbaachisu sodaa'a, ka ulfinni maleef ulfinna kennaa'a.


Yesuusillee worra cidha galchuun gaanii sanniinitti bisaan guutaa jedhe. Isaanillee haga afaanii guutan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite