Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Yihuudonni aadaa ufi qulqulleessu'uu waan qabaniif, gaanii dhaga'aa jaha achii qaban. Gaaniin martinuu waabaa lama yookiin sadi qabata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Yihudonni naamusa qulqullaayinnaa ni qaban waan turaniif, waabota dhaga'aa jaha achi ni turan, tokko tokkoon isaa'llee bishaan waabaa lamaa yookiin sadihii qabu'uuf ni danda'an turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Yihuudonni waan aadaa uf qulqulleessu'uu qabaniif gaanii dhaga'aa jaha achii qaban. Gaaniin maruu waabaa lama yookaan sadihi qabata.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:6
9 Referans Kwoze  

Kanaafuu darasoota Yohaanisiitiif Yihuudota jiddu'utti waan qulqullumma'aatiif mormiin ka'e.


sodaa sammu'uu ka dharaa irraa qulqullaayu'uun garaa keenna qulqulleeffannee, nafa keenna bisaan qulqullu'uun dhiqannee, amantaa hubanneen garaa qajeelaa'an Rabbitti haa dhiyaannuu.


Muuseen ajaja maraa akkuma seeraatitti banii maraafuu haga himeen maayii, dhiiga jabbi'iitii fi re'iinii, bisaanii fi rifeensa hoolaa arrawaatii fi baala muka hisoophii woliin qabatee, «Waadaan dhiigaa ka Rabbi isinii ajaje kana» jedhee, kitaaba seeraatii fi banii maraa irratti facaase.


Innillee zayitii ottee dhibbaatitu narra jira jedheen. Galmee hoo'uu dafii taa'ii shantama jedhii mallatteessi jedheen.


Yesuusillee worra cidha galchuun gaanii sanniinitti bisaan guutaa jedhe. Isaanillee haga afaanii guutan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite