Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Achiin maayessa haati Yesuusii, «Waan inni isinitti himu godhaa'a» jettee worra ansaadanitti himte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Yeroo sanitti haati isaa tajaajilttoota achi turaniif, «Waan inni isiniin jedhu raawwadhaa!» isaaniin jette.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Achiin maayessa haati Yesuusii, «Waan inni isinitti himu godhaa'a» jettee worra cidha galchutti himte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:5
12 Referans Kwoze  

Waan ani isin ajaje maraa uduu gootanii isin jaalalloota tiyya.


Abrahaam gara ristii hin argatta jedhamee san biyya ufiitii bayee hulee dhaalaan argatu akka dhaqu hennaa waamame, gara dhaqu uduu hin beekin amanta'aan ajajame.


Haga kun maruu raawwatameen maayii, Rabbiin akka muudama Malkasaadiqii hayyicha gadootaa jedhamee waan waamameef, worra isaa ajajaman maraaf madda fayyinna bara baraa isaanii ta'e.


Hollata'aatti maalalfatee, «Gooftaa kiyya! Akka maal godhu feeta?» jedheen. Gooftaanillee, «Ka'iitii gara qacha'aa seeniitii waan godhuu si barbaachisu sitti himan» jedheen.


Uduma Yesuus gumii woliin dubbata'aaru, haatinii fi obboleewwan isaa isa dubbisu'uuf dhufan diida dhaabataniiran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite