Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Hennaa daadhiin woyni'ii isaan jalaa dhumate, haati Yesuusii, «Daadhii woyni'ii hin qabanii bee» jettee Yesuusitti himte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Afeerrii cidha kanaa irratti daadhiin woyinni'ii yeroo dhumumetti haati Yesusii Yesusiin, «Dhaadhiin woyinni'ii isaan jalaa dhumatee jiraa bee!» jetteen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Hennaa daadhiin woyini'ii isaan jalaa dhumate haati Yesuusii, «Daadhii woyini'ii hin qabanii bee» jettee Yesuusitti himte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:3
8 Referans Kwoze  

Waa maraanuu Rabbiin kadhatu'uu fi waan kaawwaniitiifillee galata woliin, Rabbiin biratti kadhata keessan beessifadhaa'a malee, waan tokkoofillee hin dhiphatinaa'a.


Kanaaf intallan haadhaa Alaazaarii: «Gooftaa'a! Namni ati jaalattu dhibameera» jedhanii gara isaa ergan.


Kun dhiiga kiyya ka waadaa haarawaa ka cubbuu namoota hedduutiif jigu.


Yesuusii fi darasoonni isaallee cidha sanitti waamamaniiran.


Yesuusillee, «Aayyii, waan ani huju ati natti hin himini; hennaan kiyya hin geenne» isi'iin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite