Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Kanaaf haga du'aa ka'een maayii, darasoonni isaa kana akka dubbate qaabatanii, kitaaba Woyyu'uu fi waan Yesuus dubbate amanan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Kanaaf Yesus du'aa yeroo ka'etti barattoonni isaa kana dubbatee akka ture ni yaadatan, sababa kanaan kitaaba Qulqulluu keessatti ka barreeffamee fi dubbii Yesus dubbatte'llee ni amanan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Kanaaf haga du'aa ka'een maayii darasoonni isaa kana akka dubbate qaabatanii kitaaba Woyyu'uu fi waan Yesuus dubbate amanan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:22
13 Referans Kwoze  

Darasonnillee waan kana dura hin hubanne, haata'uu ammoo haga Yesuus kabajjameen maayii, hennaa san kun waan isaatiif akka barreeffame kana akka isaa godhan qaabatan.


Haata'uu ammoo yoo hennaan gaye, akka ani isinitti himetti akka yaaddaniif kana isinitti hime. Qara waan isin woliin jiruuf kana isinitti hin himne.


Ayyaanni Woyyuun Abbaan kiyya maqaa kiyyaan ergu ammoo booharsaan inni waa maraa isin barsiisa. Waan ani isinitti hime maraa isin qaabsisa.


Darasoonni isaallee, «Hinaaffaan mana keetii, akka ibiddaa na guba» jedhamee ka barreeffame qaabatan.


‹Yohaannis bisaaniin cuuphe, isin ammoo Ayyaana Woyyu'uun cuuphamtan› ka jedhu dubbii Goofta'aa qaabadhe.


Yesuus maalalee jalqabaa qachaa Qaanaa Galiila'aatitti godhe. Ulfinna ufiillee mudhise, darasoonni isaallee isatti amanan.


Innillee, «Hennaa ani isin woliin jiru, Seera Muuse'eetii fi raattotaa kitaaba faarfannaa keessatti wonti kiyya ka barreeffame maruu raawwatamuu barbaachisa jedhee ka isinitti hime sun isa kana» isaaniin jedhe.


Kiristoos rakkoon irra gayee ulfinnatti seenuun isa hin barbaachisuu ree?» isaaniin jedhe.


Yesuusii fi darasoonni isaallee cidha sanitti waamamaniiran.


Abdii kana inni faaruu lammaffa'aa keessatti, ‹Ati ilma kiyya, Ani adha si uumadhe› jedhamee akkuma barreeffame, Yesuusiin nuu kaasee nu'u ijoollee isaaniitiif raawwate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite