Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Kanaaf, «Yihuudonni kana godhu'uuf malkata maali'iin nutti mudhifta?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Kanaan duubatti namoonni aangoo qaban ka worra Yihudotaa Yesusiin, «Ati kana raawwachu'uuf aangoo akka qabddu, baasa maal nutti muldhiftta?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Kanaaf, «Yihuudonni kana godhu'uuf malkata maali'iin nutti mudhifta?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:18
14 Referans Kwoze  

Eeganaa, «Arginee akka amannuuf maalaleeni ati gootu maali'i? Maal hojjattalle'e?


«Maqaa kanaan akka hin barsiifne, jabeessinee isin hin seerree? Yerusaaleemiin kunoo barumsa keessaniin guuttaniirtu; dhiiga nama sanii nurratti fidu'uuf yaaddan!» jedhanii isaan gaafatan.


Isaanillee Pheexroosii fi Yohaannisiin banii wodhakaa dhaabsisanii, «hunna kamiin yookan maqaa eennuutiin isin waan kana gootan?» jedhaanii isaan gaafatan.


Hennaa gumiin hedduu wolitti qabame Yesuus akkana isaaniin jechuu jalqabe, Dhaloonni kun dhaloota hama'a, isaan malkata gaafatan, malkata raatticha Yoonaasii malee, malkanni biraa hin kennamuuf.


Fariisonni qoru'uuf bayanii malkata samii irraa akka itti mudhisu isarraa barbaadanii isaan wol mormuu jalqaban.


Gara mana woyyuu seenee uduu barsiisu, bulchoonni gadootaa, manguddoonninii fi gumiin gara isaa dhiyaatanii, «Ati baallii maali'itiin waan kana goota? baallii kana eentu sii kenne?» jedhaniin.


Yihuudonnillee ati eennuu? Jedhanii gaafachu'uuf Yeruusaalemii gadootaa fi Leewwota hennaa itti ergan ragaan Yohaannisii kana.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite