Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Innillee xurqaayyee dhayatee, sangootaa fi hoolota mana woyyuu keessaa baasee; worra birrii jijjiiratu waan isaan birrii irra kaayataniiran garagalchee birrii isaaniillee jalaa bittinneesse.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Yeroo sanitti giraafii haada irraa hojjateeti namoota maraa, hoolotaa fi qotiyyootaan woliin Mana Waaqeffanna'aatii isaan ni baase, qarshii worra qarshii jijjiirttotaa'llee ni bittinneese, minjaalota isaanii'llee ni garagalche.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Innillee xurqaayyee dhayatee sangootaa fi hoolota mana woyyuu keessaa baasee worra birrii jijjiiratu waan isaan birrii irra kaayataniiran gara galchee birrii isaaniillee jalaa bittinneesse.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:15
7 Referans Kwoze  

Meeshaan keenna ka lolaa ka foonii waan hin taaneef kushee nama dhossuu diigu'uuf ammoo Rabbiin afo'otti cima'a.


Eeganaa haga inni, «Aninuu isa» isaaniin jedheen maayessa uf duubaan sissiiqanii lafatti gad kufan.


Yesuus gara mana woyyu'uu seenee, namoota mana woyyuu keessatti bitatuuf gurguratu maraa gad yaase; worra birrii sharafuu fi teessoo worra handarii gurguratuu garagalchee,


Mana woyyuu keessatti worra sangoota, hoolotaa fi handarii gurgurataniif, worra birrii sharafan ka taa'aniiran argee,


Worra handarii gurgurataniinillee, «Kana asii kaasaa'a; mana Abbaa kiyyaa mana daldalaa hin godhinaa'a» isaaniin jedhe.


Hennaa san loltoonni haada bidiru'uu muranii akka kuftu gad dhiisan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite