Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Mana woyyuu keessatti worra sangoota, hoolotaa fi handarii gurgurataniif, worra birrii sharafan ka taa'aniiran argee,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Mana Waaqeffanna'aa titti'llee qotiyyoota, hoolotaa fi handariiwwan worri gurguranii fi qarshii jijjiirttonni ta'anii yoo wol gabayatan isaan ni argate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Mana woyyuu keessatti worra sangoota, hoolotaa fi handarii gurguratanii fi worra birrii sharafu ka taa'aniiran argee,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:14
8 Referans Kwoze  

Isaan hennaa Yeruusaalemiin gayan, Yesuus mana woyyuu seenee, worra achitti waa bitanii fi gurguran gad baase. Inni xarapheessaa worra birrii sharafuutii fi teessoo worra handarii gurguratuu garagaggalche.


Achiin maayessa inni akkana jedhee barsiise, «Manni kiyya gosa maraaf mana itti faateffatan ta'a jedhamee barreeffameera. Isin ammoo goda hattuun itti dhokattu gootan» isaaniin jedhe.


Innillee xurqaayyee dhayatee, sangootaa fi hoolota mana woyyuu keessaa baasee; worra birrii jijjiiratu waan isaan birrii irra kaayataniiran garagalchee birrii isaaniillee jalaa bittinneesse.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite