Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Hennaa Ayyaanni Faasika'aa ka Yihuudii dhiyaate, Yesuusillee gara Yeruusaalemii dhaqe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Ayyaanni Faasiikaa Yihudotaa dhiyaatee waan jira tureef Yesus gara Yerusaalemii ni deeme,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Hennaa Ayyaanni Faasika'aa ka Yihuudi'ii dhiyaate, Yesuusillee gara Yerusaalemii dhaqe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:13
14 Referans Kwoze  

Abbaa fi haati isaallee woggama wogga'aan guyyaa ayyaana Faasika'aa gara Yeruusaalemii dhaqan.


Namoonni hedduunillee uf qulqulleessu'uuf ayyaana faasika'aatiin duratti gara Yeruusaalemii bayan.


Uduu Yeruusaalem jiru hennaa ayyaana Faasika'aa malkata inni godhe haga argan, namoonni hedduu maqaa isaatitti amanan.


Hennaa san Faasikaan Yihuudotaa dhiyaatee ture.


Kanaan maayii, Yesuus ayyaana Yihuudotaatii fi gara Yerusaaleemii ol baye.


Yesuus gara mana woyyu'uu seenee, namoota mana woyyuu keessatti bitatuuf gurguratu maraa gad yaase; worra birrii sharafuu fi teessoo worra handarii gurguratuu garagalchee,


Isaan hennaa Yeruusaalemiin gayan, Yesuus mana woyyuu seenee, worra achitti waa bitanii fi gurguran gad baase. Inni xarapheessaa worra birrii sharafuutii fi teessoo worra handarii gurguratuu garagaggalche.


Yesuus gara mana woyyu'uu seenee, worra waa gurgurataniif waa bitatan baasuu jalqabe.


Yesuusillee ayyaana Faasika'aa dura adunyaa kana irraa hennaan gara Abba'aa deemu akka gaye beekee, worra isaa ka adunyaa kana irra jiran, worra jaalate haga dhumaa jaalate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite