Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 2:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Kanaan maayii, Yesuus haadha ufii, Ilmaan haadhaatii fi darasoota ufii woliin gara Qifirinaahomii gad bu'anii; guyyaa hago'oof achi taa'an.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Kanaan dubbatti Yesus haadha, obboleeyyan isaa, barattoota isaa woliin'llee gara Qifirnaahoomii ni bu'an, achi'llee guyyoota muraasaaf ni taa'an.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Kanaan maayii Yesuus haadha ufii, ilmaan haadhaatii fi darasoota ufii woliin gara Qifirnaahoomii gad bu'anii guyyaa hago'oof achi taa'an.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 2:12
12 Referans Kwoze  

Uduma Yesuus gumii woliin dubbata'aaru, haatinii fi obboleewwan isaa isa dubbisu'uuf dhufan diida dhaabataniiran.


Haata'uu ammoo obboleessa Goofta'aa Yaaqoobiin malee, ergamtoota keessaa ka biraa tokkollee hin argine.


Akka ergamtoota kaawwanii akka obboleeyyan Goofta'aatiif akka Keefa'aa, haadha manaa teenna ta amante qabannee deemuu mirga hin qabnuu?


Inni ogeessa muka bocu, ilma Maariyaamiitii mii? Ilmaan haadhaallee Yaaqoob, Yooseef, Yihuuda'aa fi Simoon fa'aa mii? intallan haadhaallee as nu bira jiranii mii?» jedhanii tuffatanii isa didan.


Qachaa Naazireetii gadhiisee Zaabiloonii fi Niftaaleemiin keessaa gara biyya galaana biraa gara Qifirnaahoomii dhaqee achi taa'e.


Lafti dukkanaaye. Yesuusillee haga hennaa sanii gara isaanii hin dhufne.


Atillee Qifirnaahoom, haga sami'ii ol uf qabuu feetee? gara asaabaa hin buuta. Maalaleen si keessatti godhame uduu Soodomitti godhamee jiraatee, isiin silaa haga adhaa hin jiraatti.


Yesuusii fi darasoonni isaallee cidha sanitti waamamaniiran.


Yesuus deebi'ee, gara Qaanaa Galiila'aa hulee bisaan gara daadhii woyinii itti jijjiiree san dhaqe. Qifirinaahomittillee bulchaa mana mooti'ii keessaa, ka mucaan isaa jalaa dhibame tokkotu jira.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite