Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Yihuudonnillee deebisanii, «Nu seera qabna; akka seera keennaatitti du'uu barbaachisa. Ilma Rabbii waan uf godheef» isaan jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Yihudonni'llee, «Nu'u seera qabnna, naminni kun mataa isaa Ilma Waaqaa waan taasiseef, akkaataa seera keennaa titti du'atu isaan mala» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Yihuudonnillee deebisanii, «Nu seera qabna; akka seera keennaatitti du'uu barbaachisa. Ilma Rabbii waan uf godheef» isaan jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:7
14 Referans Kwoze  

Eeganaa Sambata waan diigee calla'aafii miti, akkasuma Rabbi abbaa kiyya jedhee Rabbiin waan uf qixxeesseef, Yihuudonni isa ajjeesu'uuf guddisanii soqaniin.


Ajajaan loltuu dhibbaa ka fannoo Yesuusii afoo dhaabateeru akkanatti iyyee lubbuu ufii dabarsee akka inni kenne hennaa arge, «Namni kun dhugamaan Ilma Rabbii ture» jedhe.


Kanaaf Philaaxoos waan kana haga dhagaye guddisee sodaate.


«Namni kun seera mormee akka Rabbiin kaddaaman namoota hawata» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite