Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Bulchoonni gadootaatii fi hojjattoonni hennaa argan, «Fannisi! Fannisi! jedha'aa wocan. Philaaxoosillee, ani dhara tokkollee isa irratti waan hin argineef, isin fuudha'aatii fannisaa'a» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Itti gaafatamoonni qeesotaatii fi itti gaafatamoonni wordiyyootaa Yesusiin yeroo arganitti, «Fannisiin! Fannisiin!» jedha'aa, ni iyyan. Philaaxos garuu, «Ani gara kiyyaan balleessaa woyiituu isa irratti hin arganne, yoo barbaadan isin fudhadhaatii fannisa'aanii!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Bulchoonni gadootaatii fi hojjattoonni hennaa argan, «Fannisi! Fannisi!» jedha'aa wocan. Philaaxoosillee, «ani yakka tokkollee isa irratti waan hin argineef, isin fuudha'aatii fannisaa'a» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:6
15 Referans Kwoze  

Philaaxoos, «Isin deema'aatii akka seera keessaniititti itti murteessaa'a» isaaniin jedhe. «Nu eennuunillee akka ajjeefnuuf seerri nuu hin kennu» jedhaniin.


Philaaxoosillee ammoo gara diidaa bayee, «Kunoo dhara tokkollee akka isa irratti hin argine akka beettan isa ammoo gara diidaa isinii baasa» isaaniin jedhe.


Raattota keessaa namni abbootiin keessan itti ka'anii hin ariine eennu? worra dhufa woyyichaa firrisanii dubbatan ajjeesaniiru. Worri karaa Maleekkotaatiin seera fudhatanii fayyadamuu hin eenne. Isinillee amma dabarsitanii isa kennitan hin ajjeeftaniinillee.»


Nama kana Rabbi akkuma duri murteessee fi akkuma duraan dursee yaadeef beekkomsa isaa ka durii irraan harka worra hammeeyyi'iitiin fanniiftanii ajjeeftan.


Isaan ammoo, «Balleessii! Fannis!» jedha'aa wocan. Philaaxoosillee, «Mootii keessan fannisuu?» isaaniin jedhe. Bulchoonni gadootaallee, «Qeesaariin achitti mootii biraa hin qabnu!» jedhanii deebisaniif.


Philaaxoos, bulchoota gadootaatii fi gumi'iin ani nama kana irratti yakka tokkollee hin argine jedhe.


Philaaxoos booressuu ta'a malee womaa godhuu akka hin dandeenne haga arge, bisaan fudhateeti, dhiiga nama qajeela'aa kana irraa ani qulqullu'u; isintu itti gaafatama jedhee, gumii afo'otti harka ufii dhiqate.


Philaaxoos eegasuu, «Yesuus Kiristoos ka jedhamu maal haa godhu ree?» isaaniin jedhe. Isaan martinuu, «Inni haa fannifamuu!» jedhan.


Dhuma dubbii kanaa argu'uuf dallawa keessa seenee hojjattoota woliin taa'e.


Kanaaf Yihuudaan loltoota bulchoota gadootaaf, Fariisonnillee ergamtoota simatanii, ibsoo shawa'aa, uffata lolaa, wonte'ee fi eboo qabatee garas isa faana dhufe.


Philaaxoos, «Dhugaan maali'i?» jedheen. Kana jedheeti deebi'ee gara Yihuudotaa bayee, «Ani yakka tokkollee isa irratti hin argine.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite