Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Yesuusillee Korbooboo qoree matatti godhatee uffata diimaa uffatee gara diidaa baye, Philaaxoosillee, «Namichi! Kunooti!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Kanaaf Yesus gonfata qore'ee mataa isaa irratti godhatee, uffata diimaa'llee uffatee gara alaa titti ni baye, Philaaxos'llee, «Kunoot namichi!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Yesuusillee Korbobboo qore'ee mata'atti godhatee uffata diimaa uffatee gara diidaa baye; Philaaxoosillee, «Namichi kunooti!» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:5
8 Referans Kwoze  

Loltoonnillee Korbobboo qore'ee maranii mataa irra kaayan; uffatta diimaa itti uwwisan.


Bariisaa san Yohaannis uduu Yesuus gara isaa dhufu argee akkana jedhe; «Kunoo! Hoolaan Rabbii ka cubbuu adunyaa irraa balleessu kana.


Gaalee qoree irraa Korbobboo maranii mataa isaa irra kaayan. Ulee harka mirgaatiin qabsiisanii, afoo isaatitti jilbiiffatanii, «Mootii Yihuudi'ii, nageenni siif haata'u!» jedha'aa itti balda'aa,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite