Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Kanaaf huleen awwaalaa dhiyoo waan tureef haga gaafa Yihuudonni qophayaniitiif reeffa Yesuusii achi kaayan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Qophaayinna guyyaa Sanbbataa waan turee fi awwaalli'llee dhiyoo waan tureef, reeffa Yesusii achitti ni awwaalaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 Kanaaf huleen awwaalaa dhiyoo waan tureef haga gaafa Yihuudonni qophaayaniitiif reeffa Yesuusii achi kaayan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:42
10 Referans Kwoze  

Yihuudonni guyyaan guyyaa ayyaanaaf qophaayan waan ta'eef, Sambanni sunillee guyyaa guddaa waan tureef reeffi isaa guyyaa Sambataa fannoo irra akka hin oolle luka cabsanii akka buusaniif Philaaxoosiin kadhatan.


Guyyaanillee guyyaa faasika'aaf qophaayan ture, gara sa'aatii jahaatitti Yihuudonnillee, «Kunooti mootiin keessan» isaaniin jedhe.


Urgee inni itti fannifame sanitti biqiltu'utu jira. Hulee biqiltu'uu sanitti haga hennaa sanii womaa itti hin awwaalamne.


Cuupha'aanillee isa woliin awwaalamtan, ka cuupha'aan akkasuma worra du'an keessaa, hujii Rabbiitiin du'oota keessaa isa kaaseetitti waan amantaniif isa woliin kaataniirtan.


akka kitaabni jedhe guyyaa sadaffa'aatitti ka'ee,


Waan isaatiif waan barreeffame maraa haga raawwatan, fannoo irraa buusanii awwaalan.


Huleen Yesuus itti fannifame waan gara qacha'aa dhiyaatuuf, Yihuudonni hedduu barreeffama kana dubbisa'aa turan, afaan Ibiraayiisxiitiin, Roomaa'aatii fi Giriikiffaatiinillee barreeffameera.


Akkuma Yoonaasiin raattichi halkan sadihii fi guyyaa sadihii garaa qurxummii guddichaa keessa ture; maarre Ilmi Namaa halkan sadihii fi guyyaa sadihii garaa lafaa keessa tura.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite