Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:41 - WAADAA LAMMATAA

41 Urgee inni itti fannifame sanitti biqiltu'utu jira. Hulee biqiltu'uu sanitti haga hennaa sanii womaa itti hin awwaalamne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

41 Bakka Yesus itti fannifamee ture lafa biqilttu'uu tokkotu jira ture, bakka biqilttu'uu san keessa eennu'llee ka itti hin awwaalamin, awwaalaa haarawatu jira ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

41 Urgee inni itti fannifame sanitti biqiltu'utu jira. Hulee biqiltu'uu sanitti haga hennaa sanii womaa itti hin awwaalamne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:41
7 Referans Kwoze  

Fannoo irraa buusee qoolaan kafanee awwaala dhagaa irraa bocame ka namni biraa haga ammaa itti hin awwaalamne keessa kaaye.


Awwaala dhaga'aa ka goda keessatti ufiif bocate keessa kaayee dhagaa gudda'aan balbala awwaalaa cufee deeme.


Yesuusillee, «Intala nana, maaf bootta? Eennuun soxxaa?» jedheen. Isiinillee nama biqiltuu eegu seeteeti, «Gooftaa kiyya! Ati yoo fudhatee jiraatte, eessa akka keette natti himi, anillee dhaqee fudhadhaa» jetteen.


Kanaaf huleen awwaalaa dhiyoo waan tureef haga gaafa Yihuudonni qophayaniitiif reeffa Yesuusii achi kaayan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite