Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:40 - WAADAA LAMMATAA

40 Reeffa Yesuusiillee fuudhee akka seera Yihuudonni itti urgo'oon uffata woyaa qoolaatiin sattaran.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

40 Qumibbi'ii fi hargiisa qulqullaayee qabatanii akka aadaa kafaniinssa worra Yihudotaa titti, shitto'oon woliin woyaa leelashe'een, ni kafananiin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

40 Reeffa Yesuusiillee fuudhee akka seera Yihuudonni itti sattaranitti urgo'oon uffata woyaa qoolaatiin sattaran.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:40
9 Referans Kwoze  

Alaazaari akkuma harki isaatiif lutti isaa sattarametti baye. Fuullillee woya'aan akkuma marametti jira. Yesuusillee, «Hiika'aatii gadi dhiisaa'a haa deemuu» isaaniin jedhe.


Dargagoonni ka'anii reeffa isaa kafananii baasanii awwaalan.


Pheexroos ammoo ka'ee gara awwaalaa fiige. Achi gayee gadi jedhee yoo laalu uffata fuuttaa irraa hojjatame qofa arge. Waan ta'e kana maalala'aa gara mana ufii deebi'e.


Isiin urgoo kana nafa kiyyatti buuftee awwaalaaf na qopheessite.


Isiin waan dandeette goote; duraan dursitee nafa kiyya awwaalaaf dibdeerti.


Yesuusillee, «Guyyaa awwaala kiyyaatiif waan qopheessiteef isii dhiisaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite