Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Yesuusillee, haadha ufiitiif darasaa jaalatu isa bira ka dhaabata'aaru hennaa arge, haadha isaatiin, «Haadha tiyya, mucaan kee kunooti» isi'iin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Yesus'llee haadha ni jaalata barataa ture bira dhaabatanii yeroo isaan argetti haadha isaatiin, «Yaa haadha tiyya! Kunoo Ilmi kee!» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Yesuusillee haadha ufiitii fi darasaa jaalatu isa bira ka dhaabata'aaru hennaa arge, haadha isaatiin, «Haadha tiyya! mucaan kee kunooti» isi'iin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:26
6 Referans Kwoze  

Waan kanninillee ka rageef ka barreesse darasaa kana, ragaanillee dhugaa akka ta'e hin beenna.


Fiiga'aa gara darasicha Yesuus jaalatuuf gara Simoon Pheexroosii dhaxxee, «Gooftaa awwaala keessaa fudhataniiran; eessa akka kaayan hin beennu» isaaniin jette.


Darasoota keessaa ka Yesuus jaalatu ka qoma Yesuusiititti siqeeru,


Yesuusillee, «Aayyii, waan ani huju ati natti hin himini; hennaan kiyya hin geenne» isi'iin jedhe.


Darasaan Yesuus jaalatu Pheexroosiin, «Goofta'aa bee!» jedhe. Kanaaf Simoon Pheexroos Gooftaa ta'uu haga dhagaye, qullaa waan tureef uffata uffatee gara galaanaa uf darbe.


Pheexroosillee midhatee darasicha Yesuus jaalatu uduu isa faanaa deemu arge, innillee hennaa dhiyanaa gara qoma isaatitti siqee, «Gooftaa'a, ka dabarsee si kennu eennu?» ka jedhee gaafate san.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite