Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Haata'uu ammoo fannoo Yesuusii biratti, haadha isaa, obboleettii isaa, haadha, haadha manaa Qalayoophe'ee, Maariyaamii Maqidaala'aatii fi Maariyaamillee achi dhaabatanii turan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Fannoo Yesusii biratti'llee haadhaa fi obboleettii haadhaa, haadha worraa Qilopha'aa Maariyaamii fi Magdalaawittii Maariyaam'llee dhaabatanii jiran turan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Haa ta'uu ammo fannoo Yesuusii biratti haadha isaa, obboleettii isaa, haadha manaa Qalayoophe'ee, Maariyaamii Maqidala'aatii fi Maariyaamillee achi dhaabatanii turan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:25
10 Referans Kwoze  

Worri isa beekan maruu, Dubartoonni Galiila'aa isa faanaa dhufan maruu fagoo dhaabatanii waan kana laala'aa turan.


Sambata guddaa jalqaba torbaanii Maariyaam Magidalaawit ganama obboroo gara hulee awwaalaa dhufte; dhagaanillee ka awwaala irraa gangalfameeru argite.


Namni Qalayoophaa jedhamu tokko ammoo deebisee, «Ati Yeruusaalemitti hojja kee keessummaa taatee jiraattaa? Guyyoota kanniin waan achitti ta'e hin beettuu?» jedheen.


Kudha lamaanillee isa woliin turan; worra dhibee irraa fayyan keessaa dubartoonni gari gariin worra ayyaana hama'aa fi dhukkuba irraa fayyan keessaa Maariyaamii magidalaa ta jedhamtu ta seexanni torbaa keessaa baye,


Yesuus jalqaba torbaanii, [guyyaa Sambata gudda'aa] ganama barii hennaa du'aa ka'e, dura Maariyaamii qachaa Magidala'aa, ta inni ayyaanota hamoota torba keessaa baaseetti mudhate.


Uduma Yesuus gumii woliin dubbata'aaru, haatinii fi obboleewwan isaa isa dubbisu'uuf dhufan diida dhaabataniiran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite