Wongeela Yohaannis 19:14 - WAADAA LAMMATAA14 Guyyaanillee guyyaa faasika'aaf qophaayan ture, gara sa'aatii jahaatitti Yihuudonnillee, «Kunooti mootiin keessan» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa14 Ayyaana Faasiika'aatiif guyyaa qophaayinssaa ture, yeroon'llee gara saa'aatii jahaa ture, yeroo sanitti Philaaxos Yihudotaan, «Kunoo nugufnni keessan!» isaaniin jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Guyyaanillee guyyaa faasika'aaf qophaayan ture; gara sa'aatii jahaatitti Philaaxoos Yihuudotaan, «Mootiin keessan kunooti» isaaniin jedhe. Gade chapit la |