Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Philaaxoosillee waan kana dhagayee, Yesuusiin gara diidaa gad baasee, gara hulee dhagaa baxxichaa ka afaan Ibiraayisxiitiin, «Gabataa» jedhamuutitti barcumaa murti'ii irra taa'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Philaaxos kana yeroo dhagayetti Yesusiin gara alaa titti gad baasee, «Dhagaa baxxicha» bakka jedhamutti, barcumaa murti'ii irra ni taa'e, bakki kun afaan Ibirootaatiin, «Gabataa» jedhama.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Philaaxoosillee waan kana dhagayee Yesuusiin gara diidaa gad baasee, gara hulee dhagaa baxxichaa ka afaan Ibraayisxiitiin, «Gabataa» jedhamuutitti barcumaa murti'ii irra taa'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:13
16 Referans Kwoze  

Uduu inni teessoo murti'ii irra taa'eeru, haati manaa isaa waan isaatiif adha eebju'uun rakkoo gudda'atu narra gayeera. Nama qajeelaa kana womaa hin godhin jettee isatti ergite.


Pheexroosii fi Yohaannis ammoo deebisanii, «Rabbiin dhagayuu caalaa isin dhagayuun barbaachisaa akka ta'e isinumti murteesaa'a.


Kanaaf Philaaxoos waan kana haga dhagaye guddisee sodaate.


Ani ammoo waan sodaattan isinitti hima. Ka haga ajjeeseen maayessa gara asaabaa gatu'uuf baallii qabu sodaadhaa'a!


Yerusaaleemiin keessa karra hoolotaa bira haroon afaan Ibiraayiisxiitiin «Beetasayidaa» jedhamtu takkatu jira, isiin karaa ittiin seenan shan qabdi.


Yesuusiinillee qabanii deemaniin, fannoollee baadhatee afaan Ibiraayisxiitiin gara gaara, «Golgootaa» jedhamu hulee «Buqqee mata'aa» jedhamuutti baye.


Huleen Yesuus itti fannifame waan gara qacha'aa dhiyaatuuf, Yihuudonni hedduu barreeffama kana dubbisa'aa turan, afaan Ibiraayiisxiitiin, Roomaa'aatii fi Giriikiffaatiinillee barreeffameera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite