Wongeela Yohaannis 19:12 - WAADAA LAMMATAA12 Asiin maayessa Philaaxoos hiiku'uunii fedhe, haata'uu ammoo Yihuudonni, «Kana yoo hiitte, ati jaalalloo Qeesaariitii miti. Ka mootii uf taasisu maruu, faalleessaa Qeesaariiti» jedha'aa wocan. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Philaaxos haasaya Yesusii kana yeroo dhagayetti, hiikeenii gad dhiisu'uuniif barbaadee ture, Yihudonni garuu, «Nama kana yoo hiikkitte ati waahela nugusa Rooma'aatii miti, mataa isaa nugusa ka taasisu marrinuu, diina nugusa Rooma'aati!» jedha'aa, ni iyyan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Asiin maayessa Philaaxoos hiiku'uunii fedhe, haa ta'uu ammo Yihuudonni, «Kana yoo hiitte, ati jaalalloo Qeesaariitii miti; ka mootii uf taasisu maruu faalleessaa Qeesaariiti» jedha'aa wocan. Gade chapit la |