Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Yesuusillee deebisee, «Olii uduu sii kennamuu dhabaatee, silaa ana irratti baallii hin qabdu. Kanaafuu ka dabarsee sitti na kenneef cubbuun isaa ka caalu ta'a» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Yesus'llee, «Waaqinni aangoo uduu si kennuu dhabaateetii, ana irratti aangoo woyiituu hin qabddu ture, ta'u'llee si'iif dabarssee ka kenne, cubbuu kanna caalutuu isa irra jira» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Yesuus deebisee, «Olii uduu sii kennamuu dhabaatee, silaa ana irratti baallii hin qabdu. Kanaafuu ka dabarsee sitti na kenneef cubbuun isaa ka caalu ta'a» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:11
37 Referans Kwoze  

Namni maruu worra bulchaniif haa ajajamanii; Rabbiin irraa yoo ta'e malee, baalliin waan hin jirreef. Worri jiran ka baallii qabanillee Rabbiin muudaman.


Yohaannis deebisee akkana isaaniin jedhe, «Yoo samii irraa kennameef malee, namni waan tokkollee argatuu hin danda'u.


Nama kana Rabbi akkuma duri murteessee fi akkuma duraan dursee yaadeef beekkomsa isaa ka durii irraan harka worra hammeeyyi'iitiin fanniiftanii ajjeeftan.


Waandhi Abrahaamii, Yisihaaqii, Yaaqoobiitii fi Waandhi abbootii keennaa ka isin dabarsitanii kennitanii fi ka Philaaxoos uduu hiiku'uuf kutateeru ka isin gantan san Ilma ufii Yesuusiin kabajjeera.


Kanaaf isa qabu'uuf soqa'aa turan. Haata'uu ammoo hennaan waan hin geenneef eennullee harkaan isa hin tundhe.


Kennaan mishaan, eebbii guutuun maruu olii dhufa. Kennaan mishaan, kennaan mudaa hin qabne cuftinuu abbaa ifaa akka gaaddidduu hin jijjiiramne san biraa gubba'aa gad-bu'a.


Hamaa jalaa nu baasi ataabe'etti nu hin galchin, [jeennanni, hunni, ulfinnillee baruma baraan tanteeti Amiin!]


Eegasuu waan mishaa beeka'aa nama hin gooneef cubbu'u.


Maruu isarraa, isaan, isaaf waan ta'eef, bara baraan isaaf ulfinni haata'u! Amiin!


Harki keetiif yannii kee banii Isiraa'elii woliin akka ta'u akkuma duraan dursaanii murteessan maraa raawwachu'uuf qachaa kanatti wol gayan.


Yesuusiin hidhanii gara bulchaa Philaaxoos Pheenxanichaatitti dabarsanii kennan.


Inni Yesuusiin dabarsee kennu sunillee, «Namichi ani dhaqee dhungadhu sun isaa uf eegaa qabaa fuudhaa'a» jedhee dursee malkata kenneef.


Kanaaf Yihuudaan loltoota bulchoota gadootaaf, Fariisonnillee ergamtoota simatanii, ibsoo shawa'aa, uffata lolaa, wonte'ee fi eboo qabatee garas isa faana dhufe.


Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Ballaa uduu taatanii silaa cubbuu isinitti hin ta'u, amma ammoo hin argina jettan, cubbuun teessan ammoo akkasumatti jiraatti» jedhe.


Guyyama guyya'aan hennaa mana woyyuu keessatti isin woliin jiru, hennaa san isin qubaanuu nan tundhe, amma garuu sa'aatiin kun sa'aatii keessanii fi baalliin abbaa dukkanaa itti hojjatu» isaaniin jedhe.


Hennaa san bulchaan gadootaa uffata ufii biinxee, «Kunoo Inni Rabbiin arrabseera! Eegasuu ammaa achi ragaa biraa maaf barbaanna?


Haannaan soddaa Qayyaaffa'aati, Qayyaaffaan ammoo bara san bulchaa gadootaati.


Philaaxoos, «Natti hin himtuu? si fannisu'uufillee si hiiku'uufillee baallii akka qabu hin beettuu?» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite