Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Philaaxoos, «Natti hin himtuu? si fannisu'uufillee si hiiku'uufillee baallii akka qabu hin beettuu?» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Kanaaf Philaaxos, «Natti hin himttu ree? Ani si hiiku'uu fi yookiin si fannisu'uuf aangoo akka qabu, hin beekitu moo?» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Philaaxoos, «Natti hin himtuu? si fannisu'uuf si hiiku'uufillee akka baallii qabu hin beettuu?» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:10
5 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo Ayyaana Fasika'aatiif mootichi nama tokkicha akka isinii hiiku aadaa qabdan. Kanaafuu mootii Yihuudi'ii akka isinii hiiku feetanii?» isaaniin jedhe.


Deebi'ee gara moonaa bulcha'aa seenee, «Ati eessaa dhufte?» jedheen. Yesuus ammoo waan tokkollee hin deebifneef.


Yesuusillee deebisee, «Olii uduu sii kennamuu dhabaatee, silaa ana irratti baallii hin qabdu. Kanaafuu ka dabarsee sitti na kenneef cubbuun isaa ka caalu ta'a» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite